إعدادات العرض
maqqaaleefii murtiiwwan
maqqaaleefii murtiiwwan
1- “Islaamummaan waan shan irratti ijaarame
4- Waan guddaa irraa gaaffatte, inni nama Rabbiin laaffiseef irratti laafaadha
5- Tokkoon keessan hinamanu hanga fedhiin isaa waan ani ittiin dhufe (islaamummaa) hordofutti
7- Yaa Rabbi qabrii koo taabota hin taasisin
8- Namni waan Rabbiin malee jiruun kakate dhugumatti kafare, yookaan Rabbitti waan biraa qindeesse''
19- “Islaamummaan waan shan irratti ijaarame
24- “Jidduu namichaatti fi jidduu shirkii fi kufritti salaata dhiisuutu jira”
25- “Kakuun jidduu nuu fi isaanii jiru salaata, namni isa dhiise dhugumatti kafare”
26- Qormaata akka ciccitaa halkan dukkanaa’aa jalaa hojii gaarii hojjechuun ariifadhaa,
33- Yoo dhugaa dubbate milkaa'e
35- Waan guddaa irraa na gaafatte, innis nama Rabbiin isaaf salphise irratti salphaadha
38- Namni boqoo of rukute, kan uffata cicciree fi kan waamicha wallaalummaa waammate nu irraa miti
41- Namni amaanaan kakate nu irraayii miti
43- inni guyyuma tokkollee yaa Rabbii koo guyyaa mindaa sanatti badiiwwan koo naaf dhiisi hin jenne
48- toltuu darbee waliin islaamummaa fudhatte
53- ani obboleessa worra banii sa'ad bin Bakir kan ta'e Dimaam bin sa'alabaan jedhama
54- Yahuudoonni dheekkamsa Rabbii jala galanii jiru, Kiristaanonni immoo jallatoodha
55- laa ilaaha illallaah jedhi, guyyaa qiyaamaatti isiidhanin ragaa siif ba'aatii
59- Namni meeshaa waraanaa nurratti baase nu irraa miti
