إعدادات العرض
sadarkaalee
sadarkaalee
5- Halalli ifa galaadha, haraamnis ifa galaadha
7- Garbichi tokko badii wohii balleessee ka'ee akkas jedhe: yaa Rabbi badii koo naaf dhiisi
9- Firooma kutaan jannata hin seenu
11- Du'aa'iin (kadhaan) inni ibaadaadha
12- Du'aa'ii caalaa wanti Rabbii ol ta'e biratti irra kabajamu hin jiru
15- Namna Rabbiin toltuu isaaf fedhe diinii isa hubachiisa
20- Guyyaa qiyaamaa Rabbiin ummata koo irraa nama wohii uumama fuulduratti adda isa baasee
22- Yemmuu Mu'azinni akkana jedhe: Allaahu Akbar, Allaahu Akbar
32- Waan Rabbiin diliiwwan isaan haqee sadarkaalee isaan ol kaasutti isin qajeelchuu?
37- Arrabni kee Zikrii Rabbiitiin jiidhuu hin dhiisin
44- Rabbiin karaa sirriif fakkeenya godhe
50- laa ilaaha illallaah jedhi, guyyaa qiyaamaatti isiidhanin ragaa siif ba'aatii
51- Yeroo mu'azzina dhageessan waan inni jedhu jedhaa, ergasii salawaata na irratti buusaa