إعدادات العرض
Rabbii oltahetti amanuu
Rabbii oltahetti amanuu
7- Rabbiin hojii irraa hanqinuma inni qabuun waliin Jannata isa galcha
8- Namni Rabbiin alatti waan biroo Rabbiif hiryaa godhee osoo kadhatuu du'e ibidda seena
9- ''finxaaleyyoonni badan(worra daangaa darban, akka barbaachisuun alatti waa jajjabeessan)
16- “Islaamummaan waan shan irratti ijaarame
20- “Dhugumatti Rabbiin ol ta’e abboota keessaniin kakachuu irraa isin dhoorga
25- Isa lubbuun koo harka isaa keessa jirtuun kakadhee karaa warra isin dura darbanii ni hordoftu
28- Ilmi Aadam na kijibsiise, sun isaaf hin ta'u ture, Ilmi Aadam na arrabse, sun isaaf hin at'u ture
30- “Namni qaxxasa/asmaa rarraafate shirkii raawwateera”
33- faaruun kan Rabbii shira isaa waswasaatti deebiseeti
37- ani obboleessa worra banii sa'ad bin bakri kan ta'e dimaam bin sa'alabaan jedhama