إعدادات العرض
aqiidaa - الصفحة 2
aqiidaa - الصفحة 2
1- Irra caalaan Guyyaa aduun itti baatee guyyaa Jum’aati
6- Rabbiin ummata kiyyaaf dogoggora irraanfii fi waan irratti dirqisiifaman irra naa dabreefii jira
8- Waan guddaa irraa na gaafatte, innis nama Rabbiin isaaf salphise irratti salphaadha
12- Alaabaa kana nama Rabbii fi Ergamaa Isaa jaallatu kan Rabbiin harka isaatti injifannoo fiduuf kenna
14- Namni boqoo of rukute, kan uffata cicciree fi kan waamicha wallaalummaa waammate nu irraa miti
17- Isa lubbuun koo harka isaa keessa jirtuun kakadhee karaa warra isin dura darbanii ni hordoftu
20- Ilmi Aadam na kijibsiise, sun isaaf hin ta'u ture, Ilmi Aadam na arrabse, sun isaaf hin at'u ture
23- Eenyu hiyyeessa akka ta'e beektuu?
26- “Namni qaxxasa/asmaa rarraafate shirkii raawwateera”
30- Mana saree fi suuraan keessa jiru malaa'ikaan hin seentu
31- Malaa'ikonni imaltoota isaanin waliin saree fi bilbilli jiru waliin hin deeman
32- Taabotaan hin kakatinaa, akkasumas abboota keessaniinis hin kakatinaa
33- Namni amaanaan kakate nu irraayii miti
38- Hasan fi Huseen hoggantoota dargaggoota warra jannataati
40- inni guyyuma tokkollee yaa Rabbii koo guyyaa mindaa sanatti badiiwwan koo naaf dhiisi hin jenne
43- faaruun kan Rabbii shira isaa waswasaatti deebiseeti
46- toltuu darbee waliin islaamummaa fudhatte
54- Hanga yeroon walitti dhihaatutti qiyaamaan hin dhaabbattu
59- Hoolaa buburree fakkeeffamee duuti qabamee fidama
60- Ibiddi keessan ibidda jahannam qooda torbaatama irraa qooda tokkicha
62- Wanti hunduu murtoon ta'a, dadhabbii fi collummaan illee yookaan collummaa fi dadhabbiin illee
64- ani obboleessa worra banii sa'ad bin Bakir kan ta'e Dimaam bin sa'alabaan jedhama
66- Warra kitaabaa hin dhugeessinaas hin sobsiisinaas, {Rabbii fi waan gara keenyatti buufametti amanne}
68- Yahuudoonni dheekkamsa Rabbii jala galanii jiru, Kiristaanonni immoo jallatoodha
70- laa ilaaha illallaah jedhi, guyyaa qiyaamaatti isiidhanin ragaa siif ba'aatii
73- {Ergasii wallaahi guyyaa san qananii irraa ni gaafatamtan}
75- Barreessi, Isa lubbuun koo harka isaa jirtutti kakadhee, waan dhugaa ta'e malee irraa hin bahu
76- Yeroo mu'azzina dhageessan waan inni jedhu jedhaa, ergasii salawaata na irratti buusaa
80- Namni meeshaa waraanaa nurratti baase nu irraa miti
