إعدادات العرض
aqiidaa
aqiidaa
3- Yaa Rabbi qabrii koo taabota hin taasisin
7- Namni waan Rabbiin malee jiruun kakate dhugumatti kafare, yookaan Rabbitti waan biraa qindeesse''
14- Rabbiin hojii irraa hanqinuma inni qabuun waliin Jannata isa galcha
16- Namni Rabbiin alatti waan biroo Rabbiif hiriyaa godhee osoo kadhatuu du'e ibidda seena
17- ''Finxaaleyyoonni badan(worra daangaa darban, akka barbaachisuun alatti waa jajjabeessan)
19- Rabbiin nama toltuu isaaf fedhe, rakkoon isa tuqa
27- Hundi ummata kootii jannata ni seenu nama dide malee
28- Namni ummata wohiitti fakkaate inni isaan irraayi
31- Nama miidhe Rabbiin isa miidha, akkasumas nama rakkise Rabbiin isa rakkisa
32- Isin Gooftaa keessan akkuma ji'a kanaa argitaniitti arguuf teessan, Isa arguufis wal hin rakkiftan
33- Rabbiin warra nama miidhuuf yeroo qabaaf, yeroo isa qabetti immoo gad isa hin dhiisu
46- Qabriiwwan irra hin taa'inaa, isiitti gara galtaniis hin salaatinaa
48- “Islaamummaan waan shan irratti ijaarame
57- Guyyaa qiyaamaa Rabbiin ummata koo irraa nama wohii uumama fuulduratti adda isa baasee
58- Rabbiin jannataa fi ibidda yeroo uumetti Jibriiliin -nagaan isarra haa jiraatu
61- “Jidduu namichaatti fi jidduu shirkii fi kufritti salaata dhiisuutu jira”
62- “Kakuun jidduu nuu fi isaanii jiru salaata, namni isa dhiise dhugumatti kafare”
63- “Dhugumatti Rabbiin ol ta’e abboota keessaniin kakachuu irraa isin dhoorga
64- “Guyyaa Qiyaamaa jalqaba wanti isa keessatti gidduu namootatti murtiin godhamuu dhiiga
68- Namtichi amantii hiriyaa isaa irratti tahaa, tokkoon keessan nama hiriyaa taasifatu haa ilaalu
69- Qormaata akka ciccitaa halkan dukkanaa’aa jalaa hojii gaarii hojjechuun ariifadhaa,
82- Ani wantoota shan kan na dura nama tokkoof hin kennaminin kenname
83- Yoo dhugaa dubbate milkaa'e
84- Irra caalaan Guyyaa aduun itti baatee guyyaa Jum’aati
88- Waan guddaa irraa na gaafatte, innis nama Rabbiin isaaf salphise irratti salphaadha
92- Alaabaa kana nama Rabbii fi Ergamaa Isaa jaallatu kan Rabbiin harka isaatti injifannoo fiduuf kenna
94- Namni boqoo of rukute, kan uffata cicciree fi kan waamicha wallaalummaa waammate nu irraa miti
97- Isa lubbuun koo harka isaa keessa jirtuun kakadhee karaa warra isin dura darbanii ni hordoftu
100- Ilmi Aadam na kijibsiise, sun isaaf hin ta'u ture, Ilmi Aadam na arrabse, sun isaaf hin at'u ture