إعدادات العرض
salaata
salaata
1- “Islaamummaan waan shan irratti ijaarame
5- Yaa Rabbi qabrii koo taabota hin taasisin
9- Salaata subhii namni salaate eegumsa Rabbii keessa jiraata
11- Namni salaata Asrii dhiise dhugaatti hojiin isaa jalaa bade
12- Qabriiwwan irra hin taa'inaa, isiitti gara galtaniis hin salaatinaa
14- Humna torba irratti akkan sujuudu ajajame
16- Allaahumma Antassalaamu, Waminkassalaamu, Tabaarakta Yaa Zaljalaali Wal ikraam
19- “Islaamummaan waan shan irratti ijaarame
22- Yemmuu Mu'azinni akkana jedhe: Allaahu Akbar, Allaahu Akbar
24- “Jidduu namichaatti fi jidduu shirkii fi kufritti salaata dhiisuutu jira”
25- “Kakuun jidduu nuu fi isaanii jiru salaata, namni isa dhiise dhugumatti kafare”
26- “Yeroo Azaana dhageessan, fakkaatuma lallabaan jedhu jedhaa”
27- Tarree keessan qajeelchaa, tarree qajeechuun salaata guutuu irraayi
28- Nabiyyii irraa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- Rak’aa kudhanin haffaze
30- Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- yeroo salaata jalqabuuf jedhan,
33- Allaahumma baa'id beynii wa beyna khaxaayaaya kamaa baa'adtta beynal mashriqi walmaghrib
40- Namni salaata qorraa lamaan salaate Jannata seena
46- “Nama Faatihaa hin qara’iniif salaanni hin jiru”
48- Isin keessaa namni salaata Jum'aa dhufuu barbaade haa dhiqatu
52- Namni osoo aduun hin ba’inii fi osoo aduun hin lixin salaate ibidda jahannam hin seenu
58- Tokkoon keessan uffata tokko uffatee, ceekuu isaa lamaan irratti osoo homaa hin uffatin hin salaatin
71- ani obboleessa worra banii sa'ad bin Bakir kan ta'e Dimaam bin sa'alabaan jedhama
72- Yeroo mu'azzina dhageessan waan inni jedhu jedhaa, ergasii salawaata na irratti buusaa
73- Namni Rabbiif jecha masjiida tokko ijaare, Rabbiin jannata keessatti waan isa fakkaatu isaaf ijaara
75- “Tokkoon keessan yeroo masjiida seene osoo hin taa’in raka’aa lama haa salaatu”
77- “Yaa Bilaal, slaata dhaabi, salaataan hafuura nu baafachiisi
78- Yaa ummata kana akka isin natti hidhattanii salaata koo bartaniif jecha akkas godhe
