إعدادات العرض
fiqhiifii beekkomsa hundee isaa - الصفحة 2
fiqhiifii beekkomsa hundee isaa - الصفحة 2
5- Karaa Rabbii keessatti miilli lamaan gabrichaa dhukkooftee ibiddi kan isa tuqu hin taane
7- Namni salaata qorraa lamaan salaate Jannata seena
8- Waan dhaloonni haraama godhu hoosifnis haraama godha
18- “Nama Faatihaa hin qara’iniif salaanni hin jiru”
20- Isin keessaa namni salaata Jum'aa dhufuu barbaade haa dhiqatu
24- Isin hunduu tikseedha, waan tiksu irraa gaafatamaasi,
30- Namni osoo aduun hin ba’inii fi osoo aduun hin lixin salaate ibidda jahannam hin seenu
36- Bishaan isaa qulqulluudha, du'aan isaas halaala
37- Bishaan hubboo /gaawwaa lama yoo ga'e najisa/xurii hin baatu (hin Najisaahu)
45- “Hanga yeroo laguun kee sitti turu san tilmaamii turi, Eegasii dhiqadhu”
49- Tokkoon keessan uffata tokko uffatee, ceekuu isaa lamaan irratti osoo homaa hin uffatin hin salaatin
62- Namni haadha manaa isaa wajjiin wal qunnamtii saalaa karaa hudduu isheetin raawwate abaaramaa dha
69- Qabeenya keessaniin, lubbuu keessaniinii fi arraba keessaniin mushrikootatti duulaa
71- Rabbiin akkuma dirqamni isaa hojjatamuu jaallatutti wanti inni laaffisees hojjatamuu jaallata
73- ani obboleessa worra banii sa'ad bin Bakir kan ta'e Dimaam bin sa'alabaan jedhama
74- Nabiyyiin -nagaa fi rahamatni irra haa jiraatu- salaata hunda irratti wuduu’a godhachaa turan
75- Nabiyyiin -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- yeroo tokko tokko wuduu’a godhatan
76- Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- yeroo lama lama wuduu’a godhatan
80- Yeroo mu'azzina dhageessan waan inni jedhu jedhaa, ergasii salawaata na irratti buusaa
81- Namni Rabbiif jecha masjiida tokko ijaare, Rabbiin jannata keessatti waan isa fakkaatu isaaf ijaara
83- “Tokkoon keessan yeroo masjiida seene osoo hin taa’in raka’aa lama haa salaatu”
85- “Yaa Bilaal, slaata dhaabi, salaataan hafuura nu baafachiisi
86- Yaa ummata kana akka isin natti hidhattanii salaata koo bartaniif jecha akkas godhe
96- yeroo Ramadaanni dhufe umraa godhi, Umraan Ramadaana keessaa Hajjitti qixxoofti
100- Kun lameen dhiira ummata kootii irratti haraama, dubartoota isaaniitiif immoo halaala
