إعدادات العرض
fiqhiifii beekkomsa hundee isaa
fiqhiifii beekkomsa hundee isaa
5- Rifeensa affarroo (hidhii gubbaa) gabaabsaa, Areeda dhiisaa
7- Yaa Rabbi qabrii koo taabota hin taasisin
9- “Rabbiin salaata tokkoo keessanii hin qeebalu, yeroo inni wuduu’a cabse hanga wadda'atuutti
10- Siwaakiin afaaniif qulqullina, Rabbiif waan isa jaallachiisu
16- Halalli ifa galaadha, haraamnis ifa galaadha
17- Rabbiin waan hunda irratti tola ooluu dirqama godheera
20- Ruqaan, hirzii fi jaallachiistuun shirkiidha
21- Warra du'an hin arrabsinaa, isaan gara waan dabarsaniitti (hojii isaaniitti) deemaniiru
22- Salaata subhii namni salaate eegumsa Rabbii keessa jiraata
25- Duuniyaan meeshaa itti fayyadamanu, irra caalaan meeshaa duuniyaa dubartii gaariidha
26- Rabbiin ni jedhe: "yaa ilma Aadam kenni anis siifan kennaa
27- Ulaagaa hunda irra kan isin guutuu qabdan, ulaagaa ittiin qaama saalaa dubartii halaala taasifattani
30- Namni salaata Asrii dhiise dhugaatti hojiin isaa jalaa bade
32- Namichi haala isa herregatuun maatii isaatiif yoo baase inni isaaf sadaqaadha
34- Qabriiwwan irra hin taa'inaa, isiitti gara galtaniis hin salaatinaa
36- Humna torba irratti akkan sujuudu ajajame
38- Allaahumma Antassalaamu, Waminkassalaamu, Tabaarakta Yaa Zaljalaali Wal ikraam
41- Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- khuxbaa dhimmaa nu barsiisani
42- Gaa’elli/nikaahni waliyyiin/eegduun malee hin hidhamu
45- “Islaamummaan waan shan irratti ijaarame
48- Koomeewwaniif ibidda irraa adabbiin mirkanaa'e, wuduu'a guutaa godhaa
49- Yemmuu Mu'azinni akkana jedhe: Allaahu Akbar, Allaahu Akbar
51- “Jidduu namichaatti fi jidduu shirkii fi kufritti salaata dhiisuutu jira”
52- “Kakuun jidduu nuu fi isaanii jiru salaata, namni isa dhiise dhugumatti kafare”
56- “Guyyaa Qiyaamaa jalqaba wanti isa keessatti gidduu namootatti murtiin godhamuu dhiiga
57- Nama jechi Rabbii ol'aantummaa akka argatuuf loleetu karaa Rabbii keessatti qabsaa'aadha
58- “Yeroo Azaana dhageessan, fakkaatuma lallabaan jedhu jedhaa”
59- dhiisi ani Qulqulluu haala ta'aniinin isaan lameen godhadhee
61- Tarree keessan qajeelchaa, tarree qajeechuun salaata guutuu irraayi
64- Nabiyyii irraa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- Rak’aa kudhanin haffaze
70- Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- yeroo salaata jalqabuuf jedhan,
73- Allaahumma baa'id beynii wa beyna khaxaayaaya kamaa baa'adtta beynal mashriqi walmaghrib
74- Yeroo sareen meeshaa tokkoo keessanii keessaa dhugdetti si'a torba isa haa dhiqu
77- Akkaataa xurii janaabaa irraa itti dhiqatan
83- wuduu'a akka Nabiyyii -nagaa fi rahmanni isaan irratti haa jiraatu
91- Namni salaata qorraa lamaan salaate Jannata seena