إعدادات العرض
fiqhiifii beekkomsa hundee isaa
fiqhiifii beekkomsa hundee isaa
2- “Islaamummaan waan shan irratti ijaarame
3- Waan si shakkisiisu dhiisii gara waan si hin shakkisiifnee deemi
4- Rabbiin waan hunda irratti tola ooluu dirqama godheera
7- Of muudhuus ta'ee nama miidhuun hin jiru
9- Wanti nama macheessu hundi haraama
14- Rifeensa affarroo (hidhii gubbaa) gabaabsaa, Areeda dhiisaa
16- Yaa Rabbi qabrii koo taabota hin taasisin
18- “Rabbiin salaata tokkoo keessanii hin qeebalu, yeroo inni wuduu’a cabse hanga wadda'atuutti
19- Siwaakiin afaaniif qulqullina, Rabbiif waan isa jaallachiisu
25- Halalli ifa galaadha, haraamnis ifa galaadha
26- Rabbiin waan hunda irratti tola ooluu dirqama godheera
29- Ruqaan, hirzii fi jaallachiistuun shirkiidha
30- Warra du'an hin arrabsinaa, isaan gara waan dabarsaniitti (hojii isaaniitti) deemaniiru
31- Salaata subhii namni salaate eegumsa Rabbii keessa jiraata
34- Duuniyaan meeshaa itti fayyadamanu, irra caalaan meeshaa duuniyaa dubartii gaariidha
35- Rabbiin ni jedhe: "yaa ilma Aadam kenni anis siifan kennaa
36- Ulaagaa hunda irra kan isin guutuu qabdan, ulaagaa ittiin qaama saalaa dubartii halaala taasifattani
39- Namni salaata Asrii dhiise dhugaatti hojiin isaa jalaa bade
41- Namichi haala isa herregatuun maatii isaatiif yoo baase inni isaaf sadaqaadha
43- Qabriiwwan irra hin taa'inaa, isiitti gara galtaniis hin salaatinaa
45- Humna torba irratti akkan sujuudu ajajame
47- Allaahumma Antassalaamu, Waminkassalaamu, Tabaarakta Yaa Zaljalaali Wal ikraam
50- Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- khuxbaa dhimmaa nu barsiisani
51- Gaa’elli/nikaahni waliyyiin/eegduun malee hin hidhamu
54- “Islaamummaan waan shan irratti ijaarame
57- Koomeewwaniif ibidda irraa adabbiin mirkanaa'e, wuduu'a guutaa godhaa
58- Yemmuu Mu'azinni akkana jedhe: Allaahu Akbar, Allaahu Akbar
60- “Jidduu namichaatti fi jidduu shirkii fi kufritti salaata dhiisuutu jira”
61- “Kakuun jidduu nuu fi isaanii jiru salaata, namni isa dhiise dhugumatti kafare”
65- “Guyyaa Qiyaamaa jalqaba wanti isa keessatti gidduu namootatti murtiin godhamuu dhiiga
66- Nama jechi Rabbii ol'aantummaa akka argatuuf loleetu karaa Rabbii keessatti qabsaa'aadha
67- “Yeroo Azaana dhageessan, fakkaatuma lallabaan jedhu jedhaa”
68- dhiisi ani Qulqulluu haala ta'aniinin isaan lameen godhadhee
70- Tarree keessan qajeelchaa, tarree qajeechuun salaata guutuu irraayi
73- Nabiyyii irraa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- Rak’aa kudhanin haffaze
79- Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- yeroo salaata jalqabuuf jedhan,
82- Allaahumma baa'id beynii wa beyna khaxaayaaya kamaa baa'adtta beynal mashriqi walmaghrib
83- Yeroo sareen meeshaa tokkoo keessanii keessaa dhugdetti si'a torba isa haa dhiqu
86- Akkaataa xurii janaabaa irraa itti dhiqatan
93- wuduu'a akka Nabiyyii -nagaa fi rahmanni isaan irratti haa jiraatu
