إعدادات العرض
aqiidaa
aqiidaa
1- “Islaamummaan waan shan irratti ijaarame
2- uumamni tokkoo keessanii garaa haadha isaa keessatti guyyaa afurtamaaf wolitti qabama
10- Waan guddaa irraa gaaffatte, inni nama Rabbiin laaffiseef irratti laafaadha
11- Rabbiin toltuuwwanii fi badiiwwanis barreessee, eegasii san ifa galchee jira
13- Tokkoon keessan hinamanu hanga fedhiin isaa waan ani ittiin dhufe (islaamummaa) hordofutti
17- Yaa Rabbi qabrii koo taabota hin taasisin
21- Namni waan Rabbiin malee jiruun kakate dhugumatti kafare, yookaan Rabbitti waan biraa qindeesse''
28- Rabbiin hojii irraa hanqinuma inni qabuun waliin Jannata isa galcha
30- Namni Rabbiin alatti waan biroo Rabbiif hiriyaa godhee osoo kadhatuu du'e ibidda seena
31- ''Finxaaleyyoonni badan(worra daangaa darban, akka barbaachisuun alatti waa jajjabeessan)
33- Rabbiin nama toltuu isaaf fedhe, rakkoon isa tuqa
41- Hundi ummata kootii jannata ni seenu nama dide malee
42- Namni ummata wohiitti fakkaate inni isaan irraayi
45- Nama miidhe Rabbiin isa miidha, akkasumas nama rakkise Rabbiin isa rakkisa
46- Isin Gooftaa keessan akkuma ji'a kanaa argitaniitti arguuf teessan, Isa arguufis wal hin rakkiftan
47- Rabbiin warra nama miidhuuf yeroo qabaaf, yeroo isa qabetti immoo gad isa hin dhiisu
60- Qabriiwwan irra hin taa'inaa, isiitti gara galtaniis hin salaatinaa
62- “Islaamummaan waan shan irratti ijaarame
71- Guyyaa qiyaamaa Rabbiin ummata koo irraa nama wohii uumama fuulduratti adda isa baasee
72- Rabbiin jannataa fi ibidda yeroo uumetti Jibriiliin -nagaan isarra haa jiraatu
75- “Jidduu namichaatti fi jidduu shirkii fi kufritti salaata dhiisuutu jira”
76- “Kakuun jidduu nuu fi isaanii jiru salaata, namni isa dhiise dhugumatti kafare”
77- “Dhugumatti Rabbiin ol ta’e abboota keessaniin kakachuu irraa isin dhoorga
78- “Guyyaa Qiyaamaa jalqaba wanti isa keessatti gidduu namootatti murtiin godhamuu dhiiga
82- Namtichi amantii hiriyaa isaa irratti tahaa, tokkoon keessan nama hiriyaa taasifatu haa ilaalu
83- Qormaata akka ciccitaa halkan dukkanaa’aa jalaa hojii gaarii hojjechuun ariifadhaa,
97- Ani wantoota shan kan na dura nama tokkoof hin kennaminin kenname
99- Ani yaada gabricha koo bira jira, yeroo inni na yaadatu isa waliin jira
100- Yoo dhugaa dubbate milkaa'e
